Baatii Fulbaanaa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Baatii Fulbaanaa keessa gatiin gurgutaa Qinxaaboo boba’aa haaluma baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…