Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Harargee Lixaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan durfamu Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti hojiilee misoomaa garaa…