Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 36 fi 409 qormaata darbaniiru-MB Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Barattoota qormaata Biyyaleesaaa Kutaa 12ffaa fudhataan keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 (%5.4) darbuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwatan Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Magaalaa Goondaritti hojiilee misooma Koriidarii daawwataniiru. Magaalichatti hojiin misooma…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti Boottee Boba’aa fe’erra balaa mudateen lubbuun namoota 50 olii darbuu ibsame Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaa Kutaa bulchiinsa Kaabaatti Bootteen Boba’aa fe’e Konkolaataa horii fe’e tokko waliin walitti bu’uun lubbuu namoota 50 olii galaafachuu…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa duudhaa walummaa caalmaatti cimsuun nageenya biyyaaf hojjechuu qabu jedhame Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa duudhaa walummaa fi walgargaarsaa qaban caalmaatti cimsuun nageenya biyyaaf hojjechuu akka qaban Abbootiin amantaalee dhaaman.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaa, Shaggarii fi Adaamaatti guyyaan daneessummaa sosochii Ispoortii hundaan kabajame Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira. Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ayyaana bara haaraa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma… Sifen Megersa Sep 9, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira. Bulchiinsi magaalaa Finfinnees…
Oduu biyya keessaa Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horrootti Balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Jimmaa Horroo gandoota Akkoo Jirruu, Iluu Kittaayeefi Unee keessatti sigiga lafaa guyyaa har'aa mudateen lubbuun shamarran 3…
Teeknooloojii Yuunivarsitiin Jimmaa, Injinariingii Saayinsii Aviyeeshiinifi Eeroo Ispeesiin yeroo jalqabaaf… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Yuunivarsitiin Jimmaa, Injinariingii Saayinsii Aviyeeshiinifi Eeroo Ispeesiin akka biyyaatti yeroo jalqabaaf barattoota simatee barsiisuuf ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimadii fi Zinnaash Taayyaachoon Manneen jireenyaa Awwaareetti ijaaraman jiraattoota… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon har’a Manneen jireenyaa Awwaareetti ijaaraaman jiraattoota 275'f…
Oduu biyya keessaa Abbootiin Gadaa Oromoo Irreechi bara kanaa karaa aadaa, duudhaa fi safuu isaa eeggateen akka… Sifen Megersa Sep 7, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) –Kabaja Irreecha bara kanaa ilaalchisee mariin gaggeeffameera. Abbootiin Gadaa, Hayyoonni, Jaarsoliin Biyyaafi Haadholii Siinqee marii magaalaa…