Saamu’eel Tafarraa fi Eermiyaas Girmaan marsaa itti aanuuf darban
Finfinnee, Adoolessa 26, 2016 (FBC) – Fiigicha gulaalluu meetira kuma 1 fi 500 dhiirota gidduutti gaggeeffameen Atileet Saamu’eel Tafarraa fi Eermiyaas Girmaan marsaa itti aanuuf darbaniiru.…