Ambaasaaddar Taayyeen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…