Manni Maree naannichaa baajata bara 2017’f Birrii biiliyoona 37.6 raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa gaggeesseen baajata bara 2017'f Birrii biiliyoona 37.6 ol raggaasiseera.
Manni marichaa…