Ispoortii Ispeen tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte Sifen Megersa Jul 10, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa halkan kana taphatameen Ispeen, Faransaay injifachuun tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte. Ispeen galchii 2 fi 1n…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech hojii bu’uuraalee misooma Ispoortii babal’isuuf hojjechaa jiraniin… Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojii bu'uuraalee misooma Ispoortii babal'isuuf hojjechaa jiraniin beekamtii argataniiru.…
Biiznasii Warshaa Awutoobisoota walitti hidhu ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Paarkii Indaastirii Maqalee keessatti Warshaa Awutoobisoota walitti hidhu Birrii miiliyoona 564 ijaaruuf dhagaan bu'uraa kaa'ameera. Dhaabbanni biyya…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatan simate Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf Yuunivarsiitichatti ramadaman simateera. Barattoota saayinsii…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaa Shamarran hojii Dippiloomaasii keessatti qaban jajjabeessuuf hojjetamu qaba –… Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Hirmaannaa Shamarran hojii Dippiloomaasii keessatti qaban jajjabeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamu akka qabu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen…
Oduu biyya keessaa Baalee Bahaa fi Harargee Bahaatti Pirojektoonni 516 ijaarsi isaanii xumurame eebbifamaa jiru Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Godinaalee Baalee Bahaa fi Harargee Bahaatti Pirojektoonni 516 Birrii biiliyoona 5 oliin ijaaraman eebbifamaa jiru. Godinaalee kanneenitti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti Piroojektoonni garaagaraa 176 Birrii biiliyoona 6 oliin hojjetaman eebbifaman Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Piroojektoonni garaagaraa 176 Birrii biiliyoona 6 oliin hojjetaman bakka Itti Gaafatamaan Paartii badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…
Fayyaa Godina Jimmaatti Hospitaalli Atinaagoo eebbifamuun tajaajilaala eegale Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Godina Jimmaatti Hospittaalli Atinaagoo Birrii miiliyoona 320 ijaarame eebbifamuun tajaajilaala eegaleera. Bulchaan godina Jimmaa Obbo Tijjaanii…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaatti facaasaa Ruuzii eegalchiise Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Liiban Cuqqaalaatti facaasaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota kutaa 12ffaa simachaa jira Sifen Megersa Jul 8, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa fudhatan simachaa jira. Yuunivaarsiitiin Finfinnee Qormaata…