Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Pir. Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Biiznasii Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabe Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Bulchiinsi dhaabbilee misoomaa mootummaa baatiwwan kurnan darban gurgurtaa oomishaaleerraa galii Birrii biiliyoona 35.5 walitti qabuu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Iid Al Adaha waggaa 1445ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ayyanaa Iid Al Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 15, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyanaa Iid Al Adahaa waggaa1445ffaa sababeeffachuunn ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ayyaanni Iid Al…
Ispoortii Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan qopheessummaan Jarmaniin gaggeeffamu Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu. Taphoonni Waancaa Awurooppaa 2024…
Idil Addunyaa Paartileen Afrikaa Kibbaa mootummaa waloo ijaaruuf waliigalan Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Paartileen Afrikaa Kibbaa filannoo torban lama dura gaggeefameen sagalee mootummaa ijaaruu osoo hin argatiin hafan mootummaa waloo ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarse Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 35ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarseera. 1.Wixnee…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 gaggeeffama Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa ibse. Badhaasni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’e… Sifen Megersa Jun 14, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’uu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan…