Oduu biyya keessaa Naannichatti kaffaltiin kuufama Sooramaa eegalame Sifen Megersa Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) - Naannoo Tigraayitti gaaffii kaffaltii kuufama Sooramaa ture deebisuuf har'a kaffaltiin eegalamuu ibsameera. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Fayyaa Jilli Dooktar Maqdasiin durfamu Hospitaala Bishooftuu daawwate Sifen Megersa Apr 4, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan durfamu Hospitaala waliigalaa Bishooftuu daawwateera. Ministir Deetaa Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Galma ce’umsa dijitaalessa dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo… Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Galma ce’umsa dijitaalessuu dhugoomsuuf akka hojii idileetti osoo hintaane, akka xiyyeeffannoo ijootti fudhachuun socho’aa jirra jedhan Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Maaritaayimii Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaatti Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Ispoortii Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaarratti hirmaataniif sagantaan… Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaa Sarbiyaa Magaalaa Beelgireeditti dorgomamerratti hirmaachuun qabxii gaarii…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamaa jira Sifen Megersa Apr 2, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) - Godina Jimmatti Qamadiin jallisiin misoome sassaabamaa jiraachuu ibsame. Godinichati bara kana lafa hektaara kuma 400 fi 40 irratti Qamadiin…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Ummattoota Itiyoophiyaati – TKM Sifen Megersa Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Guyyaa Dhagaan Bu’uuraa HidhaHaaromsa Guddichaa Itiyoophiyaa kaa’ame waggaa 13ffaa ilaalchisee ibsa kenneera.…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsa Guddichaa Ashaaraa Dhaloota Haaraa Faajjii sabboonummaa Afrikaati – WPQHUNO Sifen Megersa Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Guyyaa yaadannoo waggaa 13ffaa dhakaa bu’uraa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa sababeeffachuun Waajjirri Piroojektii Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’ataniiru. Kaayyoon keenya jalqabaa hojiilee…
Fayyaa Dhibee Gifiraa(Measles) Sifen Megersa Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Dhibeen gifiraa dhukkuba daddarbaa vaayiresiidhaan dhufu ta’ee talaallidhaan kan ittifamudha. Dhukkubni kun caalmaatti daa’imman irratti…