Oduu biyya keessaa Injifannoon Adwaa bu’aa kaayyoo tokkummaati – TKM Sifen Megersa Mar 2, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Injifannoon Adwaa bu'aa kaayyoo tokkummaa ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa guyyaa…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan Finfinneetti kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 2, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) - Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa 128ffaa bakka Hoggantoonni mootummaa Federaalaa fi naannolee, gootoonnii duraanii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa…
Ispoortii Fiigicha gulaallii Shaampiyoona mana keessaan eda gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa marsaa… Sifen Megersa Mar 2, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) –Fiigicha gulaallii Shaampiyoona Addunyaa mana keessaa 19ffaa Gilaasgoositti halkan edaa gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Ispoortii Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni Maanchiister Siitiin Maanchiister Yuunaayitiid… Sifen Megersa Mar 2, 2024 0 Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni Maanchiister Siitiin Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasiisan ni eegama Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer…
Oduu biyya keessaa Miidhaa balaan Tiraafikaa qaqqabsisaa jiru hir’isuun hirmaannaa qaama hundaa gaafata – Dooktar… Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Miidhaa balaan Tiraafikaa qaqqabsisaa jiru hir’isuun hirmaannaa qaama hundaa kan gaafatu ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar…
Ispoortii Fiigicha Shaampiyoona mana keessaan Atileetoonni Itiyoophiyaa marsaa itti aanuuf darban Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoona Addunyaa mana keessaa Gilaasgoositti dorgomamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa gulaallii fageenya meetira 800 marsaa itti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin duraanii FDRI Ambaasaaddar Mulaatuu Tashoomaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii FDRI Ambaasaaddar Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Itti Aanaan Ministira Muummee…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Elektirikaa Gaanaa Paarlaamaan biyyattii hojiirra osoo jiruu tajaajila Elektirikaa irraa… Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Elektirikaa Gaanaa Paarlaamaan biyyattii kaffaltii waan hin raawwanneef hojiirra osoo jiruu tajaajila Elektirikaa irraa kutuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu haala guutuu ta’een gaggeeffamaa jira –Mootummaa Naannoo… Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Mootummaa Naannoo Amaaraa hojii olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneera. Hojiin olaantummaa seeraa mirkaneessuu…
Waajabila Faanaa Godina Harargee Lixaatti Harreen Lakkuu dhalte Sifen Megersa Mar 1, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Burqaa Dhintuu gandaa Burqaa Odaatti Harreen Lakkuu dhaluu dhagahame. Harreen tun kana dura yeroo tokko ilmoo tokko…