Kutaa Magaalaa Duukaamitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) –Magaalaa Bishooftuu Kutaa Magaalaa Duukamitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 darbuu ibsameera.
Namoota 11 irra miidhaa cimaa fi namoota…