Xaa’oon Biyyoo kuntaalli miiliyoonni 11.79 ol gara biyya keessaa geejjibsiifamuu ibsame
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Bara Oomisha 2016/17'f kan oolu Xaa’oo Biyyoo kuntaala miiliyoona 12 Buufata Jibuutii ga’e keessaa Kuntaalli miiliyoonni 11.79 gara biyya keessatti…