Oduu biyya keessaa Sirni dabarsa baallii Oromoo Gujii 75ffaan gaggeeffame Sifen Megersa Feb 21, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) - Me'ee Bokkotti lallabarra kan ture sirni dabarsa baallii Oromo Gujii 75ffaan har’a gadaa Harmuufaarra gara gadaa Roobaleetti darbeera. Abbootiin…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Feb 21, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) - Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa'ii Idilee 7ffaa, bara hojii 3ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa'ichaan gabaasni raawwii hojii baatiiwwan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi qaamolee ijaarsa Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaarratti hirmaatan… Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen qaamolee ijaarsa Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa fi qophii waliigalaarratti hirmaatan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Baankiin Arabaa Misooma Diinagdeef Afrikaaf waliigaltee deeggarsa Doolaara… Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaa fi Baankiin Arabaa Misooma Diinagdeef Afrikaaf waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 49.5 mallatteessaniiru. Deeggarsichi…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa galmoota Misoomaa Itiyoophiyaa deeggaruuf murannoo qabaachuu ibse Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii biyyaalessaa Mihiratuu Maammoon Itti Aanaa Pireezidaantii Baankii Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Mootummaa Chaayinaa fi Dhaabbata Misoomaa Indaastirii galateeffatan Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Mootummaan Chaayinaa fi Dhaabbanni Misoomaa Indaastirii deeggarsa misooma Itiyoophiyaaf taasiisan…
Idil Addunyaa Finciltoonni Huutii Doonii Ingiliiz irratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu ibsame Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Finciltoonni Huutii Doonii Ingiliiz Galoogalaa Eedanirra socho’aa turte Misaa’eelaan haleeluu Dubbii Himaan Finciltoota Huutii beeksise. Doonii…
Oduu biyya keessaa DhMG rakkoon Afrikaa furmaata Afrikaa akka argatu deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu ibse Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii rakkoon Afrikaa furmaata Afrikaa akka argatu deeggarsa barbaachisu kan taasiisu Gaanfa Afrikaatti Ergamtuun addaa…
Oduu biyya keessaa DhMGtti daayrektarri Olaanaan Misooma Indaastirii Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti daayrektarri Olaanaan Dhaabbata Misooma Indaastirii Gardi Mularii fi jilli isaanii Gola Hambaa Yaadannoo…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Idilee Dureewwanii fi Walga’iin idilee Hojii Raawwachiiftuu milkiin xumurame –… Sifen Megersa Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Yaa’iin Idilee Dureewwanii Gamtaa Afrikaa 37ffaa fi Walga’iin idilee Hojii Raawwachiiftootaa 44ffaan milkiin xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa…