Dhugoomsa Ragaa Ragaa Sobaa Sifen Megersa Apr 25, 2024 0 Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Xaalayaa Sobaa Ministeera Raayyaa Ittisaaf Barreeffame jedhamuun Miidiyaalee hawaasummaarra oliif gadi naanna’aa jiru. Xaalayaan Sobaa Ministeera Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Liibiyaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan Sifen Megersa Apr 25, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee Liibiyaa Abduulhamiid Aldabaayibaan Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasiisuuf Finfinnee galaniiru. Abduulhamiid Aldabaayibaan waayita…
Ispoortii Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuul injifate Sifen Megersa Apr 25, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi halkan kana taphatameen Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuu injifateera. Liivarpuul yeroo murteessatti qabxii gatuu…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Itti Aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin… Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aantuu Barreessituu olaantuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad…
Idil Addunyaa Raashiyaa fi Yuukreen yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun marii taasiisan Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Raashiyaa fi Yuukreen yeroo jalqabaaf fuulaa fuulatti wal arguun dhimmoota adda addaarratti marii taasiisaniiru. Erga wal waraanuu eegalanii yeroo…
Oduu biyya keessaa Lammiileen kuma 1 fi 181 gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Balallii marsaa 3n lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1fi 181 gara biyyaa deebi’aniiru. Guyyaa har’a Lammiileen gara…
Teeknooloojii Itiyoo Teelee Koom sadarkaa biyyaatti tajaajila galmee Waraqaa Dijiitaala biyyaalessaa eegalchiise Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Itiyoo Teelee Koom sadarkaa biyyaatti tajaajila galmee Waraqaa Dijiitaala biyyaalessaa eegalchiisuu beeksiise. Ji’aan giddugaleessan lammiilee miiliyoona…
Uncategorized Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Haala nageenyaa fi tasgabbii yeroorratti mari’achuun ibsa kenne Sifen Megersa Apr 24, 2024 0 Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa adeemsa marii biyyaalessaa, ce’umsa haqaa, Haala nageenyaa fi hojiilee olaantummaa seeraa mirkaneessuu hojjetamaa jiru…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa DhMG waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 22, 2024 0 Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Sudaanitti ergamaa Addaa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Hojiin hoggantoota haaraa horachuu cimee itti fufa- F/M Birhaanuu Juulaa Sifen Megersa Apr 22, 2024 0 Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC) – Hoggansa haaraa Saayinsii waraanaan ga’oome horachuun cimee kan itti fufu ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarhsaal Birhaanuu Juulaan…