Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ijaarsa Riizoortii Shabaleey daawwatan Sifen Megersa Feb 13, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaama ‘Maaddiin Biyyaaf’ kan ta’e Riizoortii Shabaleey naannoo Somaaleetti ijaaramaa jiru daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Warshaa Daakuu fi Daabboo Waajjirri Giiftii Duree Magaalaa Jigjigaatti ijaarsise… Sifen Megersa Feb 13, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giifti Duree Zinnaash Taayyaachoon Warshaa Daakuu fi Daabboo Waajjirri Giiftii Duree Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoon sagantaa barnoota gannaa mudate yeroo dhiyootti furmaata argata – Ministeera Barnootaa Sifen Megersa Feb 13, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Rakkoon sagantaa barnoota gannaa mudate yeroo dhiyootti furmaata kan argatu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Rakkoon sagantaa barnoota ganna…
Ispoortii Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Dubaayitti taphatamuufi Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Dubaayitti taphatamuufi ta’uu ibsame. Kilaboonni lamaan Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dillootti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Dillootti balaa Ibiddaa mudateen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii aanichaa beeksise. Balaan kun kaleessa galgala…
Ispoortii Taphataa du’a ooluun oolmaa guddaa biyyaaf oole – Sabaastiiyaan Haalar Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fulduraa Iyivoorii Koosti Sabaastiiyaan Haalar dhibee Kaansarii dandamachuun biyyattiin Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa akka taatu gahee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy naannoo Somaalee Godina Shabaleetti hojiilee misooma Jallisii daawwatan Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Godina Shabaleetti hojiilee misooma Jallisii daawwataniiru. Godina Shabalee aanaa…
Oduu biyya keessaa Naannichatti nageenya waaressuun misooma itti fufsiisuuf tokkummaa fi murannoon hoggansaa… Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan hoggantoota olaanaa naannoo Amaaraa waliin marii gaggeessaa jiru. Marii gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee itti fufa jedhame Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Rasaasni yakka shororkeessummaaf ooluuf ture to’atame Sifen Megersa Feb 12, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Rasaasni Kilaashin Koovii yakka shororkeessummaaf ooluuf ture kumni 5 fi 426 to’atamuu Poolisiin Federaala beeksise. Rasaasni yakka…