Baankichi Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiise
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Baankiin Ambasaa naannoo Tigraayitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25 taasiiseera.
Waamicha bulchiinsi yeroo naannichaa…