Dooktar Abiy Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru.
Ummannii fi mootummaan…