Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi Goondar galan Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantii Ittanaan Paartii Badhaadhina Obbo Adam Faaraahi Magaala Goondar galaniiru. Obbo Adam leenjii Hoggantoota Mootummaa marsaa 4ffaa hordofuu…
Idil Addunyaa Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamteedha – Antooniyoo Guutareez Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamte ta’uu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ibsan. Antooniyoo Guutareez…
Fayyaa Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessa waldhaansa baqqaqsanii… Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC)-Hoospitaala Waliigalaa Dabra Birhaanitti Xannachi kiiloogiraama 30 ulfaatu Haadha tokko keessaa waldhaansa baqqaqsanii yaaluun ba’uu ibsameera. Haadhaa…
Idil Addunyaa Hinditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun bahan Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa Bulchiinsa Utaaraakhaanditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun ba’uu isaanii ibsameera. Namoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Eerviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru. Obbo Awwal hojiilee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Riippaablika Cheekitti… Sifen Megersa Nov 29, 2023 0 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Riippaablika Cheekitti daawwannaa hojii taasiiseera. Jilichi hojiilee Qonnaa, Turizimii, dameewwan Tumsa Itiyoo…
Uncategorized Wabiin nyaataa utubaa birmadummaati – Pir. Shimallis Sifen Megersa Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Ummanni wabii nyaataa hin mirkaneeffanne, birmadummaan isaa guutuu hin ta’u jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Uncategorized Itiyoophiyaan Waraqaa ragaa galmee seera qabeessummaa hambaalee 2 UNESCO irraa fudhatte Sifen Megersa Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Waraqaa ragaa galmee seera qabeessummaa Paarkii Gaarreen Baalee fi Teessuma Lafaa Geede'oo Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Chaansilar Ostiriyaa Kaaril Neehaamar waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilar Ostiriyaa Kaaril Neehaamar waliin mari'ataniiru. Chaansilarri Ostiriyaa Kaaril Neehaamar jila…
Oduu biyya keessaa Manni kitaabaa Abrihoot tajaajila dubbisiisuu sa’aatii 24 kennuu eegale Sifen Megersa Nov 27, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Manni kitaabaa Abrihoot tajaajila dubbisiisuu sa'aatii 24 kennuu eegaluu beeksiseera. Manni kitaabichaa har'aa eegaluun tajaajila dubbisaa sa'aatii 24…