Ispoortii Moorookoon waancaa Afrikaa ala taate Sifen Megersa Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaa har'a taphatameen Afrikaan Kibbaa Moorookoo galchii 2 fi 0n injifachuun morkii keessaa gaggeessite. Taphni…
Ispoortii Arsenaal Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate Sifen Megersa Jan 31, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 22ffaa har'a Arsenaal taphatameen Nootiingihaam Foresti injifachuun sadarkaa isaa fooyyeffate. Arsenaal…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan biyyoota miseensa BRICS waliin hariiroo qabdu cimsuuf murannoo qabaachuu ibsite Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan Yaa'ii biyyoota miseensa BRICS Raashiyaa Mooskootti taa'amaa jirurraatti yeroo jalqabaaf hirmaachaa jirti. Bulchaan Baankii Biyyaalessaa…
Ispoortii Maaliin tapha nuusa xumuraaf dabarte Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Tapha moo'atanii darbuu Waancaa Afrikaan Maaliin Burkiinaa Faasoo injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte. Maaliin galchii 2 fi 1n Burkiinaa Faasoo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma tumsaan ittisuu danda’anirratti… Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Keeniyaan akkaataa Shororkeessumma dabalatee yakkoota gurmuun raawwatamu tumsaan ittisuu danda'anirratti mari'ataniiru. Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech sosochii karoora guyyoota 90 haaraa eegalchiisan Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hooggansa sadarkaa magaalaa hanga aanaa jiran waliin raawwii hojii gamaggamuun sosochii karoora…
Biiznasii Tajaajilichi baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23 ol argachuu beeksise Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) -Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii baatiwwan jahaan darban galii Birrii biiliyoona 23.45 ol argachuu beeksiseera. Dhaabbatichi walakkaa waggaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittifaan durfamu Godina Geedee’ootti piroojektiin Bishaan… Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) -Jiili Ministira Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittifaan durfamu naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Geedee'ootti piroojektiin…
Oduu biyya keessaa Xiyyaara “Tsahaay” Mootummaa Xaaliyaaniirraa ifatti deebifachuu keenyaan… Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Har'a guyyaa itti xiyyaara "Tsahaay" Mootummaa Xaaliyaaniirraa ifatti deebifanne waan ta'eef, Itiyoophiyaanoonni hundi guyyaa guddaa itti boonanidha…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi hojii dhabbabdummaa hir’isuuf tumsa waloo gaafata jedhame… Sifen Megersa Jan 30, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuu fi hojii dhabbabdummaa hir’isuun tumsa waloo kan gaafatu ta’uu Bulchiinsi Mootummaa naannoo Kibba Itiyoophiyaa…