Dhimmi Godaantootaa walxaxaa ta’uu isaan qindoomina fi tattaaffii guutuu addunyaa gaafata jedhame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Mootummoonni Misoomaa Baha Afrikaa dhimma deebii qindaa’aa uwwisa seeraa godaantotaa 2ffaa ilaalchisee Finfinneetti qorannoo gaggeessuu eegaleera.…