Baruumsi bu’uura ijaarsa dhalootaati! – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata biyyalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii olaanaa galmeessaniif beekkamtiin kennameera.
Kantiibaa…