Gamtaan Afrikaa Atileetoota Maaraatoonii Niwuu Yoorkiin maqaa Afrikaa waamsisan galateeffate
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Gamtaan Afrikaa Atileetoota Itiyoophiyaa fi Keeniyaa Maaraatoonii Niwuu Yorki injifachuun maqaa Afrikaa waamsisan galateeffateera.
Dhaabbatta…