Teeknooloojii Tajaajilichi hojmaaata E -Tikkeettingii ifoomse Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Tajaajilli Geejjibaa fi Paabiliik Sarvisii hojmaaata Tikkeettii Elektirooniksii ifoomseera. Tajaajilichi maamiltootaaf tajaajila kennu…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit…
Idil Addunyaa Karri Gaazaa gara Ijiptitti ceesisu Raafahi yeroo jalqabaaf baname Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Erga waraanni Isiraa’eelii fi Hamaas eegalame Karri Gaazaa gara Ijiptitti ceesisu Raafahi yeroo jalqabaaf banameera. Ambuulaansoonni namoota…
Oduu biyya keessaa Kantibaan Magaalaa Chuunchoon Magaalaa Finfinnee waliin dhimma dargaggootaa fi Barattootarratti… Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Chuunchoon Magaalaa Finfinnee waliin haala hariiroo isaanii caalmaatti cimsuun dhimma dargaggootaa fi Barattootarratti waloon kan…
Biiznasii Oromiyaatti barana damma toonii kuma 114 argachuuf hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Oromiyaatti barana damma toonii kuma 114 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Damma misoomu keessaa % 10 sharafa…
Oduu biyya keessaa Hojiilee fayyadamummaa ummataa mirkaneessaan hojjechuun cimee itti fufuu qaba – Obbo Ordiin Badirii Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii gamaaggama raawwii baatiwaan sadiin darbanii gaggeessaa jira. Gamaaggamicharratti hasaawaa kan taasiisan…
Biiznasii Workishooppiin Naannawaa Daldala Bilisaa Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamuu eegale Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Workishooppiin naannawaa Daldala Bilisaa Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffamuu eegalee jira. Workishooppiin kun Itiyoophiyaatti Naannawaan…
Idil Addunyaa Isiraa’eel Ajajaa waraanaa olaanaa Hamaas ajjeesuu beeksiifte Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Waraanni Isiraa'eel haleellaa Xiyyaaraa raawwateen ajajaa olaanaa fi miseensoota Hamaas hedduu ajjeesse beeksiseera. Haleellaa Xiyyaarraa Gaazaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Badhaasaa fi Maaddii qooduu sirreeffamtootaa amalaaf Mana Kitaabaa Abrihootiitti… Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Manni Kitaabaa Abrihoot Mana Amala Sirreessaa Qaallittii waliin ta’uun sagantaa Badhaasaa fi Maaddii qooduu sirreeffamtootaa amalaaf taasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Kantibaa Choonchuuniin durfamuu Giddugalaa Buddeenaa Lammii daawwate Sifen Megersa Nov 1, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Choonchuun Kooriyaa Kibbaa Doongii Haniin durfamuu Finfinnettii Gidduglaa Buddeenaa Lammii daawwateera. Giddu galichi…