Fayyaa Maalummaa Dhukkuba Tiraakoomaa fi Tooftaalee Ittisa Isaa Sifen Megersa Sep 21, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Tiraakooman dhukkuba ijaa daddarbu ta’ee, baakteeriyaa 'Chlamydia Trachomatis' jedhamuun kan nama qabuudha. Dhibeen kun yeroon yaala hin argannee…
Ispoortii Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa hariiroo Itiyoophiyaa waliin qabu cimsuuf murannoo qabaachuu ibse Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa hariiroo dippilomaasii Itiyoophiyaa waliin qabu cimsuuf murannoo qabaachuu Komishinarri Tumsa Idil-addunyaa Gamtaa Awurooppaa Juuttaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa rakkoo nageenyaa malee akka kabajamu qophii ga’aan taasiifame – Humna… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa rakkoo nageenyaa malee karaa nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksiise. Qaamoleen…
Idil Addunyaa Raashiyaan waamicha dhukaasa dhaabuu Chaayinaa fudhatte Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Raashiyaan waraana Yuukreen waliin taasisaa jirtu akka dhaabduuf waamicha Chaayinaan taasifte fudhatte. Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov…
Oduu biyya keessaa Ayyaanoonni Daamaraa fi Irreechaa karaa nagaan akka kabajamu dargaggoonni qooda isaanii ba’uu qabu… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Ayyaanoonni Daamaraa fi Irreechaa karaa duudhaa amantaa fi aadaa eegeen akka kabajamu dargaggoonni qooda isaanii ba’uu qabu jedhameera. Ayyaanoota…
Teeknooloojii Kaameeraa xiqqoo safarri ishee miilii meetira 1gadi taate Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Oomisha Kaameeraa Ammayyaa Oomniiviizyiin Kaameeraa daraan xiqqoo taate beeksiiseera. Dhaabbatichi Kaameeraa daraan xiqqoo tajaajila yaala…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2023/24 marsaan jalqabaa har’a ni eegalama Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Taphoonni gulaallii ramaddiii Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2023/24 marsaan jalqabaa har’a ni taphatamu. Dorgommiin Chaampiyeensi Liigii baranaa…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa humnoota finxaaleyyiif dabarfamuuf ture to’atame Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleetti meeshaaleen waraanaa humnoota finxaaleyyiif dabarfamuuf ture mana jireenyaa keessatti to’atameera. Meeshaaleen…
Fayyaa Dhibeen Teetanasii Daa’imman kichuu maali? Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhibeen Teetaanasii daa’imman kichuu dhibee baakteeriyaa ‘chlostridum tetani’ biyyee keessatti argamuun kan daa’immanitti dhufuudha. Dhibeen kun…