Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaan Dirree isaarratti akka taphatu hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa ulaagaa guutuun Dirree isaarratti akka taphatu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…