Fayyaa Dhibeen Teetanasii Daa’imman kichuu maali? Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Dhibeen Teetaanasii daa’imman kichuu dhibee baakteeriyaa ‘chlostridum tetani’ biyyee keessatti argamuun kan daa’immanitti dhufuudha. Dhibeen kun…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara kana lafa heektaara miiliyoona 2.5 Jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara kana lafa heektaara miiliyoona 2.5 Jallisii Boneen Qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Leenjiin…
Idil Addunyaa Caccabaan qaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa badee ture argame Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Caccabaan Qaaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa F-35 jedhamu badee ture Kaaba Kaaroolaayinaatti argamuu Humni Waraanaa biyyattii beeksise. Caccaabaan kun…
Idil Addunyaa Balaan Lolaa Liibiyaatti mudate bu’uraalee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu ibsame Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Balaan Lolaa tibbana Liibiyaatti mudate bu’uraalee fi dhaabbilee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu Ministeerri Geejjibaa Liibiyaa beeksiseera.…
Idil Addunyaa Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa Kooriyaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa mata duree’ Ga’ee dubartootaa nageenya waaraaf’ jedhuun Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Inchinitti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hanqina Geejjibaa jiru furuuf baatii itti aanu Awutoobisoonni haaraan 67 gara… Sifen Megersa Sep 19, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hanqina Geejjibaa jiru furuuf baatii itti aanu Awutoobisoonni haaraan 67 gara bobbiitti kan seenan ta’uu Biiroon Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Kuubaan tumsa waloo caalmaatti fooyyessuuf waliigalan Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Kuubaan tumsa waloo biyyoota lamaanii caalmaatti fooyyessuuf waliigalteerra ga’uu Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa…
Fayyaa Mallattoolee dhibee onnee fi xiyyeeffannoo Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Dhibeen Onnee dhibee hojii Onnee gufachiisanii fi rakkoolee marsaa dhiigaa kan hammatu gosa dhibee cimaa keessatti ramadama. Dhibeen onnee yeroo ammaa…
Oduu biyya keessaa Harkoonni jaboon Itiyoophiyaanootaa cichoominaan seenaa hojjechuu itti fufan – Dooktar Abiy… Sifen Megersa Sep 18, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Harkoonni jaboon Itiyoophiyaanootaa cichoominaan seenaa hojjechuu itti fufan jedhan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy sagantaan…