Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu biyyoota biroof fakkeenya ta’a…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya ta'uu Gamtaa Afrikaatti Komishinarri Qonnaa, Misooma…