Magaaloota, Godinaalee fi Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti hojiileen misoomaa daawwatame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Guyyaa har'aa Godinaalee 21 fi Bulchiinsa Magaalotaa 23 keessatti daawwannaan hojiilee misoomaa kutaalee hawaasaa hirmaachise taasifamaa jiraachuu…