Ispoortii Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksise Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Taphataan garee biyyaalessa Beeljiyeemii fi Kilaba Cheelsii duraanii Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiseera. Edan Haazaardi waggoota 7…
Oduu biyya keessaa Obbo Geetaachoon Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran daawwatan Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan Yuunivarsiitii Maqaleetti argamuun barattoota kutaa 12ffaa qoramaa jiran…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy AgarsiisaTurizimii fi Hospitaaliitii biyyaalessaa banan Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa Turizimii fi Hospitaaliitii biyyaalessaa bananiiru. Lammiileen Itiyoophiyaa hundi qabeenya…
Waajabila Faanaa Barattuu akka biyyaatti qormaata kutaa 12ffaa bara 2015n qabxii olaanaa galmeessite Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Barattuun Hanaan Najii Ahimad magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Kiruuzirraa damee Saayinsii Uumamaan qabxii 649 galmeessuun seenaa hojjette. Barattuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan muuxannoo qoodde Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Magaalaan Finfinnee sagantaa misooma ijoollummaa jalqabaan naannoleef muuxannoo qooddeerti. Sagantaa kanarratti Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessan Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaa fi Noorweey waliigaltee deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 mallatteessaniiru. Ministeer Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samariitaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan beekkamtii kennuu kaffaltoota gibiraa marsaa 5ffaan gaggeeffamuufi Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Sagantaan beekkamtii kennuu kaffaltoota gibiraa marsa 5ffaan Onkoloolessa 1, 2016 kan gaggeeffamuu ta’uu Ministeerri Galiiwwaanii beeksiisee.…
Oduu biyya keessaa Manni maricha karoora dhiyaate qorachuun raggaasise Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii Idilee 1ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessaa jiruun karoora dhiyaate qorachuun raggaasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jira Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jiraachuu ibsameera. Barattoonni kumni 9 fi 514 qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa…
Idil Addunyaa Isiraa’el garee Hamaas irratti humna guddaa kan fayyadamtu ta’uu Beenjaamiin Netaanyaahuun beeksisan Sifen Megersa Oct 10, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti Sanbata darbe eegale lubbuu lammiilee nagaa hedduu galaafachaa jiraachuu ibsameera. Hanga ammaatti gama…