Appiliin bilbila harkaa haaraa ‘iPhone 15’ jedhamu ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Appiliin bilbila harkaa haaraa ‘iPhone 15’ jedhamu fayyadantootaaf dhiyeessuu ifoomseera.
Dhaabbanni Oomisha Bilbilaa Appiliin bilbiloota harkaa haaraa…