Oduu biyya keessaa Yaa’iin jijjiirama qabeenya Qilleensaa Afrikaa eegalame Sifen Megersa Sep 4, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Yaa’iin jijjiirama qabeenya Qilleensaa Ministiroota Afrikaa bara 2023 Keeniyaa Naayiroobiitti eegalameera. Yaa’ichi mata duree ‘Humna Keenya Guddina…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu biyyoota biroof fakkeenya ta’a… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya ta'uu Gamtaa Afrikaatti Komishinarri Qonnaa, Misooma…
Idil Addunyaa Lammiilee Ertiriyaa kola galtummaa gaafataniifi Poolisii Isiraa’eel gidduutti walitti… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Qophii Isiraa'eetti Embaasii Eertiriyaa qopheesse hordofee mormii lammiileen kolagaltummaa gafatan kaasaniin miidhaan qaqqabuu ibsameera. Walitti…
Oduu biyya keessaa Harargee Lixaatti pirojeektoonni bishaan dhugaatii fi Finnaa Birrii miiliyoona 606 hojjetaman… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Abdurrahamaan Abdallaan durfamu Godina Harargee Lixaatti…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Awwaluun durfamu sagantaa Baazarii fi Igzibishiinii magaalaa Adaamaa daawwate Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu sagantaa Baazarii fi Igzibishiinii magaalaa Adamaa daawwateera.…
Oduu biyya keessaa Miidhaa balaa tiraafikaatiin qaqqabu xiqqeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Miidhaa balaa tiraafikaatiin qaqqabu xiqqeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii beeksise. Miidhaa sababa balaa…
Oduu biyya keessaa Bara 2016 keessa hanqinni dhiyeessii akka hin mudanne hojjetamaa jira – BMF Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Bara 2016 keessa hanqinni dhiyeessii akka hin mudanne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Biirichi bara haaraa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Damee Abiy eebbisiise Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Damee Abiy Waajjira Muummee keessatti argamu eebbisiiseera. Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dastaa Leeddaamoon sanyii Filatamaa Boqqoolloo baayya’achaa jiru daawwatan Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon sanyii filatamaa Boqqoolloo baayya’achaa jiru daawwataniiru. Sanyii Filatamaa Boqqooloo aanaa…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota ogummaa garagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa 4ffaaf eebbisiiseera..…