Biiznasii Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa beeksiise Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa ‘Ominii Pilaas’ jedhamu har’aa eegalee hojiirra oolchuu beeksiiseera. Fedhii maamiltootaa guutuuf…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiilee gurguddoo hojjechaa jira-… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu dhiyeessi oomishaalee gabaa ayyaanaa kutaa magaalaa Furii…
Teeknooloojii Diijitaala Itiyoophiyaa dhugoomsuuf dhaabbileen qindoominaan akka hojjetan gaafatame Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Karoora Diijitaala Itiyoophiyaa 2025 dhugoomsuuf dhaabbileen qindoominaan akka hojjetan Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii gaafate. Waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa gaggeessa jira Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa 25ffaa fi sosochii barnootaa bara 2016 gaggeessa jira. Yaa’icharratti Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaa Bahaatti Piroojektoonni jallisii Birrii miiliyoona 590 oliin hojjetamaa turan… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Godina Booranaa Bahaatti Piroojektoonni jallisii Birrii miiliyoona 590 oliin hojjetamaa turan xumuramuu Waajjirri Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa gabatee konkolaattootaa haaraa hojiirra oolche Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa gabatee konkolaattootaa haaraa hojiirra oolchuu beeksiise. Lakkoofsi gabatee konkolaattootaa haaraan kun Hagayya 25, 2015 eegale…
Oduu biyya keessaa Galteewwan Bishaanii fi Inarjii qonna ammayyeessuuf murteessadha – Dooktar Girmaa Amantee Sifen Megersa Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu agarsiisa Bishaanii fi Inarjii daawwateera. Galteewwan Bishaanii fi Inarjii qonna ammayyeessuuf…
Fayyaa Biiroon Fayyaa Oromiyaa Konfiransii Qorannoofi Qo’annoo Fayyaa marsaa 2ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa Konfiransii Qorannoofi Qo’annoo Fayyaa marsaa 2ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Qorannoofi qo'annoo kanarratti…
Ispoortii Atleet Lattasanbat Maaraatoonii Niwuu Yoorki Baatii Sadaasaa keessa gaggeeffamurratti ni hirmaatti… Sifen Megersa Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday Maaraatoonii Niwuu Yoorki bara Faranjootaa Sadaasaa 5, 2023 gaggeeffamurratti kan hirmaattu ta’uu ibsameera. Atleet…
Biiznasii Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen gatii madaallawaan akka dhiyaatan hojjetamaa jira – KQBQM Sifen Megersa Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen gatii madaallawaan akka dhiyaatan hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Qonnaan Bulaa fi Qonna Magaalaa Finfinnee…