Waajabila Faanaa Kitaabni Odaa Aartii Oromoo eebbifame Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kitaabni mata dureen isaa odaa Aartii oromoo jedhu Hoteela Intarnaashinaalii Ililliitti eebbifamuun dubbiftoota bira gaheera. Kitaabichi seenaa Abdii…
Fayyaa Naannichatti weerara Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsame Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti weerara dhibee Busaa Ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 1.2 ol raabsamuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Ispoortii Kilabni Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo’aa Mo’attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa… Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kilabni Kubba Miilaa Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa ta'eera. Tapha Xumura…
Idil Addunyaa Raashiyaan lammiilee Biriitaaniyaa 54 irra qoqqoobbii keesse Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Raashiyaan lammiilee Biriitaaniyaa Geezxeessitootaa fi bakka buutoota seera kabachiiftootaa 54 irra qoqqoobbii kaa'uu beeksiifte. Biriitaaniyaan…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni fiigama Sifen Megersa Aug 20, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 dhiirootaa ni gaggeeffama. Galgala sa'aatii 1:25…
Ispoortii Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte Sifen Megersa Aug 19, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaa har'a gaggeeffameen meetira kuma 10 Meedaaliyaa Warqee,Meetii,Nahaasii argatteerti. Atleet Gudaaf…
Oduu biyya keessaa Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa ragga’e Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Wixineen Heera mootummaa naannoo Kibba Ityoophiyaa sagalee caalmaan ragga’eera. Komishiniin raggaasiiftuu Heera Mootummaa naannoo Kibba Ityuoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Kongireensiin Atleetiksii Addunyaa Atleet Daraartuu Tulluuf beekkamtii laate Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Kongireensiin Atleetiksii Addunyaa Atleet Daraartuu Tulluun gumaacha Atleetiksii addunyaaf taasiisiifteef Badhaasa ‘TajaajiPilaakiw Of Meeriit’ badhaasuun…
Oduu biyya keessaa Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Finfinnee galan Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Sheek Mahaammad Biin Zaayid…
Oduu biyya keessaa Oomisha ganna kanaatiin qofa lafa hektaara kuma 650 ol omisha boloqqeetiin misoomsuun… Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Oomisha midhaan nyaataatiin cinaatti, oomisha al-ergii guddisuuf, Inisheetivoota fi paakejiwwan qonnaa garagaraa hojirra…