Ispoortii Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru eegala Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru Hangaarii Magaalaa Budaapeesitti gaggeeffamuu eegala. Fiigichi kiiloomeerira 10 dubartootaan halkan…
Ispoortii Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a ni taphata Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a Kilaba Zaanzibaar KMKM waliin ni taphata. Har’a sa’aatii 10:00…
Ispoortii Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan tapha har’a galgala Noootiingihaam Foorest Sheefiild Yuunaayitiid walin taphataniin eegalama.…
Biiznasii Lukkuuwwan sanyii fooyya’oo miiliyoona 35 dhiyeessuuf hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara 2016 tti lukkuuwwaan Sanyii fooyya’oo miiliyoona 35 dhiyessuuf hojjetama jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Cuuciiwwan…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan nagahee gurgurtaa sobaan gurgurtaa Birrii biiliyoona 30 olii raawwachuun yakka… Sifen Megersa Aug 18, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaan nagahee gurgurtaa sobaan gurgurtaa Birrii biiliyoona 30 olii raawwachuun yakka waliin dhahuun cimaan shakkame to’atamuu Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Kontiroobaandii ittisuuf hojmaata qindaa’aa hojiirra ooleen bu’aa gaariin… Sifen Megersa Aug 17, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Kontiroobaandii fi daldala seeraan alaa ittisuuf hojmaata dhaabbileen 5 qindoominaan hojiirra oolchuu eegalaniin bu'aa gaariin galmaa'uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin… Sifen Megersa Aug 17, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin hojjechuuf waliigaleera. Turizimii fi daldala…
Waajabila Faanaa Haadha waggoottan 38’f daa’ima ishee dhibamtu waliin turte Sifen Megersa Aug 17, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Haati gammachuu ofii caalaa waa’ee daa’ima isheef gatii kaffalti. Daa’ima isheef jecha lubbuu ofii wareegdis. Kutaalee addunyaa garaagaraatti gatiin…
Biiznasii Godinichatti bara baajataa kana Gaagura Ammaayyaa kuma 180 ol raabsuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Aug 17, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti bara baajataa kana Gaagura Ammaayyaa kuma 180 ol raabsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiseera. Godina…
Ispoortii Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii ga’e Sifen Megersa Aug 17, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii Magaalaa Buudaapeesit ga’eera. Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara…