Oduu biyya keessaa Koottaa waliin seenaa haa hojjennu – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 9, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Dhaabbiin Ashaaraa Magariisaa bara kanaa wayita xumurame Ityoophiyaan biqiltuu biiliyoona 31 ni uwwifamti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin sosochii Ummataa daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa… Sifen Megersa Jun 9, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Waltajjiin sosochii Ummataa daddabarsa namoota seeraan alaa ittisuurratti xiyyeeffate magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach dureewwan amantaalee waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen dureewwan amantaalee hundaa fi hoggantoota Gumii Dhaabbilee amantaa waliin mari'ataniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkan waliin mari’ataniiru.…
Biiznasii Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Oromiyaa abbootii qabeenyaa waliin hojjechuuf… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Korporeeshiniin Misooma Paarkiin Indaastrii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa biyya keessaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera. Kaayyoon walii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee Baajataa mootummaa federaalaa dhiyaaterratti mari’achuun koree dhaabbiif… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee baajataa mootummaa Federaalaa bara 2016 Birrii biiliyoona 801.6 ta’uun dhiyaaterratti mari’achuun gamaaggama…
Oduu biyya keessaa Namoota yakka shororkeessummaan shakkaman 24 irratti himanni baname Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Namoota yakka shororkeessummaan shakkamuun Komishiniin Poolisii Federaalaa dameen qorannooo yakka shororkeessummaa qorannoo irratti gaggeessaa ture 24…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan Ittisaa fi To’annoo HIV/Eedisiif kan oolu Doolaara miiliyoona 112 Ityoophiyaaf deeggarsa… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Ameerikaan Ittisaa fi To’annoo tatamsa’ina HIV/Eedisiif kan oolu deeggarsa dabalataa Doolaara miiliyoona 112 Ityoophiyaaf taasiifte. Deeggarsicha…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa nama dhuunfaa miidiyaa hawaasummaan ergaa shororkeessummaa tamsaasuun shakkamerratti… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddachi ramaddii 1ffaa Lidataa nama dhuunfaa miidiyaa hawaasummaan ergaa shororkeessummaa tamsaasuun Raayyaa…
Oduu biyya keessaa Shirri Yaalii badii Al-Shabaab cimina Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaan guutumaan guutuutti fashalaa’uu… Sifen Megersa Jun 8, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Shirri Yaalii badii Al-Shabaab cimina Raayyaa Ittisaan guutumaan guutuutti fashalaa’uu Raayyaan Ittisaa Ityoophiyaa beeksiseera. Al Shabaab yeroo…