Mootummaan hordoftoota amantaa adda addaatiif iddoo waaqeffannaafi awwaalchaa mijeessuu dirqama qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Pireezidaantii Mana maree dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Sheek Hajjii…