Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Riizoortii Halaalaa Keellaa ifatti fudhate
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Piroojektii Maaddiin dhalootaaf Muummee Ministiraan hojjetamaa jiran keessaa qaama tokko kan ta’e Riizoortiin Halaalaa Keellaa Mootummaa Naannoo…