Oduu biyya keessaa Ayyaana cuuphaa Magaalaa Baatuutti! Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Magaalaa Baatuutti Ayyaana Cuuphaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin xumuramaa jiraachuu ibsame. Baatuun magaalota carraa Turiziimii qaban keessaa…
Oduu biyya keessaa Sirni waliigaltee abbootii carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 har’aa eegalee ni… Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Sirni waliigaltee abbootii carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 har’aa eegalee guyyoota 60f kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Misooma Manneenii…
Oduu biyya keessaa Sirni muudaa Zaaraa Dirree Sheek Huseenitti kabajame Sifen Megersa Jan 9, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Sirna Muudaa Zaaraa Godina Baalee Bahaa Dirree Sheek Huseenitti kabajameera. Ayyaana Dirree kanarratti hirmaattoonni Godinaalee Oromiyaa adda addaarraa…
Ispoortii Moorokoo 1 – 0 Ityoophiyaa Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Taphni michummaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Moorokoo gidduutti taphatame olaantummaa Moorokoon xumurameera. Moorokoon goolii 1 fi 0…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 17 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 gara biyyaa deebi'aniiru. Lammiileen har'a gara biyyaa deebi'an…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaarirratti mari’atame Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaariii waggoottaan sadan itti aananiirratti godina Eerar magaalaa Fiiqitti mari'atameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hawaasa harka qalleeyyii fi maanguddoota waliin maaddii qoodattan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Qillee sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyii fi maanguddoota waliin maaddii qoodattaniiru.…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa fi nageenya biyyaaf jecha Koomaandoo fi Humna Qilleensaa caalmaatti cimsuuf… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Birmadummaa fi nageenya biyyaaf jecha Koomaandoo fi Humna Qilleensaa yeroo kamuu caalaa haalaan gurmeessuuf qophoofneerra jedhan Itaa Maajooriin Humna…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen giddu gala nyaataa Amuddiitti argamuun kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin maaddii qoodataniiru.…
Oduu biyya keessaa Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha – Fiildi… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Kan qabnurraa qooduun duudhaa gaarii of dura ummataaf jedhu kan itti agarsiifnuudha jedhan Itaa Maajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal…