Oduu biyya keessaa Biyyoonni garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Embaasiiwwan Biyyoota garaagaraa ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ityoophiyaatti Embaasiin Awustiraaliyaa, Ingiliiz,…
Idil Addunyaa Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarraatti argaman ayyaana Qillee kabajaa jiru Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Hordoftoonni amantaa kiristiyaanaa addunyaa garaagaraarratti ayyaana Qillee sirna hoo'aa ta'een kabajaa jiraachuu ibsameera. Hirdoftoonni Amantaa…
Uncategorized MM Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii… Sifen Megersa Jan 7, 2023 0 Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun namoota daandirraa jiraataan waliin maaddii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Paarkii Addabaabayii Jaalalaa hojii jalqabsiisan Sifen Megersa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paarkii Addabaabayii Jaalalaa jedhamu Boolee naannawaa Dambalitti argamu hojii jalqabsiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun Richiitii dhukaasuun dhurkaadha – Poolisii Sifen Megersa Jan 6, 2023 0 Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) - Ayyaana Qillee sababeeffachuun haala kamiinuu Richiitii dhukaasuun dhurkaa ta'uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise. Qaamooleen meeshaalee waraanaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoome –… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoomuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Qillee sodaa nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophii ga’aan taasiifame –… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) - Ayyaanni Qillee fi Cuuphaa yaaddoo nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Humni Waloo nageenyaa fi Tikaa ibseera. Humni Waloo…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Shaggar Giddugala diinagdee ta’uun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuu keessatti… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Magaalaan Shaggar, magaalaa giddugala diinagdee, induustirii fi misoomaa taa’uu ibsameera. Magaalota misoomni ariifataan keessatti mirkanaa’e akkasumas…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Eegumsa Hawaasummaa cimsuun hawaasa harka qalleeyyii waaraan dhaabuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Eegumsa Hawaasummaa cimsuun hawaasa harka qalleeyyii waaraan dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Fayyaa Baatiwwan 6’n dabran oomishaaleen nyaataa qulqullina isaanii hin eegne tooniin 381 faayidaarra akka… Sifen Megersa Jan 5, 2023 0 Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Baatiwwan 6’n dabran oomishaaleen nyaataa qulqullina isaanii hin eegne tooniin 381 faayidaarra akka hin oolle dhorkamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi…