Fayyaa Aanaa Gadaab Hasaasatti guyyaan harka dhiqannaa kabajame Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadaab Hasaasaatti Guyyaan Harka Dhiqannaa Addunyaa kabajameera. Guyyaan kun akka addunyaatti yeroo 15ffaaf akka Naannoo…
Ispoortii Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin…
Biiznasii Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Yeroo ammas Godina Faafan aanaa Tullii…
Biiznasii Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 walitti qabame Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise. Baatiwwan arfan darban keessa Birrii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan akkaatuma waliigaltee Piriitooriyaan itti gaafatamummaa isaa ba’achaa jira – Dooktar… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Mootummaan akkaatuma waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaan itti gaafatamummaa isaa bifa guutuun ba’achaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Idil Addunyaa Dubartii Afrikaa jalqabaa waancaa Addunyaarratti haadha murteessituu ta’uun seenaa hojjette,… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Murteessituu Ruwaandaa Saliimaa Raadiyaa Mukansangaan Waancaa Addunyaa Irratti hirmaachuudhan durbartii jalqabaa Afrikaa ta’uun seenaa galmeessiteerti.…
Ispoortii Ingilaandi 6 – 2 Iraan Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Gamtichi manneen barnoota sababa waraanan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Yuuroo miiliyoona… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa manneen barnoota sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruu fi nyaata barattootaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 33 deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa waliigaltee Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteesseera. Jilli…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii… Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii adda cituu Biiroon Misooma…