Ispoortii Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu Sifen Megersa Nov 21, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu. Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa…
Ispoortii Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera. Taphataan Feenarbaachee…
Idil Addunyaa Biyyoota guddachaa jiran jijjiirama qilleensaan miidhamaniif beenyaa kaffaluuf fandiin addaa… Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Yaa'iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii faalama qilleensaa biyyoota Badhadhanirraa gadi lakkifamuun miidhaa biyyoota…
Oduu biyya keessaa Hannaa fi waliin dhahiinsa lafaarratti raawwatamu ittisuuf hojiin eegalame cimee itti fufa –… Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Hannaa fi waliin dhahiinsa qabeenya lafaarratti raawwatamu ittisuuf hojiin eegalame cimee kan itti fufu ta'uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti sagantaan hojiilee misoomaa beeksisuu gaggeeffame Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin sagantaa hojiilee misoomaa beeksisuu gaggeessan. Sagantichi oomisha gahaa oomishuun wabii midhaan…
Oduu biyya keessaa Kamiseetti guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan kabajame Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa godina Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan kabajameera Ayyaanichi mata duree 'Tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa bulchiinsa magaalaa Adaamaatti hojjetaman daawwataman Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – -Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannolee Paartii Badhaadhinaa,hojiilee misoomaa bulchiinsa magaalaa Adaamaatti hojjetaman daawwataniiru.…
Ispoortii Kaariim Beenzeemaan sababa miidhamaan tapha waancaa Addunyaan ala ta’e Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Faransaay Kariim Benzeemaa shaakallii irra osoo jiruu miidhama isa muudateen Waancaa Addunyaa Kataariin ala…
Oduu biyya keessaa Fiigichi guddaan yeroo 22ffaaf Finifinneetti gaggeeffame nagaan xumuramu Poolisiin beeksise Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Fiigichi guddaan Ityoophiyaa yeroo 22ffaaf Finifinneetti gaggeeffame nagaan xumuramu Poolisiin magaalichaa beeksiseera. Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Sulultaatti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ilmaan Boruu kabajame Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ilmaan Boruu Waggoottan Dheeraaf adda citee ture kabajame . Irreechi Malkaa Ilmaan Boruu…