Ispoortii Waancaan Addunyaa har’a ni eegala Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala. Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u Istaadiyeemii…
Ispoortii Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera. Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha…
Ispoortii Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 20, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan hirmaattoota kuma 40 hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Sirna jalqabsiisa isaarratti…
Oduu biyya keessaa Hariiroo aartii fi aadaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa guddisuuf hojjetamuu qaba jedhame Sifen Megersa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015 (FBC) –Hariiroo damee aartii fi aadaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa bara dheeraaf ture caalmaatti guddisuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Qajeelaa…
Oduu biyya keessaa Jaalala biyyummaa dursuun Ityoophiyaa tajaajiluu qabna – Pireezidaanti Saahilawarqi Sifen Megersa Nov 19, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2015 (FBC) –Jaalala biyyummaa dursuun Ityoophiyaa tajaajiluu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen. Pireezidaanti Saahilawarqii fi Pireezidaantiin…
Fayyaa Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama… Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Giddu galli Laabraatoorii Rifaraalaa, Qo’annoofi Qorannoo Fayyaa Hawaasaa Naqamtee Maashinoota lama hojii eegalchise Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Giddu galli Laabraatoorii…
Oduu biyya keessaa Hanqina Dhiyeessii Simmintoo furuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan ni hojjetama – Obbo… Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Hanqina Dhiyeessii Simmintoo furuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Ispoortii Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegala Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegalama. Taphni waancaa addunyaa 22ffaan qopheessummaa Kuwaataariin…
Biiznasii Kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii sadarkaa fi kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuurratti magaalaa Finfinneetti marii gaggeessaa jira.…
Oduu biyya keessaa Adeemsi lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebisuu adda citee ture Wiixata dhufu… Sifen Megersa Nov 18, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Adeemsi lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuu adda citee ture Wiixata dhufu kan eegalu ta’uu…