Namni dhuunfaan Birrii biiliyoona 5 ol karaa seeraan alan sochoosaa ture to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaan Birrii biiliyoona 5 ol karaa seeraan alan sochoosaa ture tumsitootaa isaa 25 waliin to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.…