Qormaata kutaa 12ffaa bara 2014 haala milkaa’ina qabuun laachuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Ministeerri Barnootaa Qormaata kutaa 12ffaa bara 2014 dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti kannamuuf qophii barbaachisu xumuruu beeksise.…