Biiznasii Baankiin Tsaday Sambata dhufu hojii eegala Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Kaappitaala Waliigalaa Birrii biiliyoona 11kan qabu Baankiin Tsaday Sambata dhufu hojii kan eegalu ta’uu Boordiin Baankichaa beeksiise. Baankichi…
Fayyaa Biiroon Fayyaa Oromiyaa loogoo Haaraa ifoomse Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Biiroon Fayyaa Oromiyaa Loogoo bifa Haaraan qopheesse ifoomseera. Biirichi gamaaggamaa raawwii hojii bara 2014 gaggeessera. Ciminoota turan…
Oduu biyya keessaa Irreechi bakka Uumaaf galata itti galchan malee bakka ajandaa siyaasaa itti gaggeessan miti-Biiroo… Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Irreechi bakka Uumaaf galata itti galchan malee bakka ajandaa siyaasaa itti gaggeessan miti jechuun Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa ibse. Ayyaanni…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Raayyaa Ittisaaf taasiise Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee marsaa 3ffaaf deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf taasiiseera. Deeggarsi kun kutaalee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Masqalaa duudhaa isaa eegee akka kabajamu hawaasni tumsaan hojjechuu qaba – Aadde… Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaanni Masqalaa duudhaa isaa eegee akka kabajamu hawaasni tumsaan akka hojjetu gaafataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo Kuwaataar waliin qabdu cimsitee itti fufuu qabdi jedhame Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo Kuwaataar waliin qabdu cimsitee itti fufuu akka qabdu ibsame. Jilli Faanaa Biroodkaasting Korporeet tibbana Al Jaziiraa…
Idil Addunyaa Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduu barbaadu – Pireezdaanti Putiin Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Biyyoonni Lixaa Raashiyaa qoqqooduuf yaada qabaachuu Pireezdaantiin biyyattii Vilaadmiir Putiin ibsan. Biyyoonni Lixaa yeroo ammaa Raashiyaarratti…
Biiznasii Jilli Obbo Gabremasqal Caalaan durfamu buufataalee furdisa Loonii Adaamaa daawwate Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabremasqal Caalaan durfamu buufataalee furdisa Loonii Adaamaatti argaman…
Ispoortii Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa Umrii waggaa 23 gadii gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a… Sifen Megersa Sep 22, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii tapha gulaallii Waancaa Afrikaaf gita isaa Koongoo Diimookiraatawaa waliin har’a…
Oduu biyya keessaa Gabaasni jalqabaa sarbama mirga namoomaa waraana Kaabaan walqabatee raawwatame ifoome Sifen Megersa Sep 21, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) –Humni Waloo Ministirootaa gabaasa jalqabaa yeroo sarbama mirga namoomaa waraana Kaabaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jiruun walqabatee raawwatame ifoomse.…