Idil Addunyaa Ameerikaan waggaa 25 booda Sudaanitti Ambaasaaddara ergite Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Ameerikaan waggaa 25 booda Ambaasaaddara ishee jalqabaa Sudaanitti erguu ibsameera. Sudaan erga tarree biyyoota shororkeessummaa deeggaranii…
Oduu biyya keessaa Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol buqqa’an Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu Tajaajilli Hoggansa Sodaa Balaa…
Oduu biyya keessaa Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaadha- Deeviid Baaslee Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaa ta'uu Daayreektarri Olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Baaslee ibsaniiru. Hidhattoonni…
Oduu biyya keessaa ABUT Kuusaa DhMG Maqaleetti argamu saamuu ibsame Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Hidhattoonni garee ABUT Kuusaa Maqaleetti argamu saamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiise. Dubbii Himaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’uud Arabiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti, Ambaasaaddara Saa’uud Arabiyaa Dooktar Fahaad…
Oduu biyya keessaa Xiyyaarri meeshaalee waraanaa fe’ee naannoo daangaa Qilleensaa Ityoophiyaa seenee ture rukutame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) –Xiyyaarri qabeenyummaan isaa Diinoota Ityoophiyaa ta’ee fi Ityoophiyaa dadhabsiisuuf garee ABUTtiif meeshaalee waraanaa fe’ee karaa Sudaaniin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi misooma jallisii Boneef kan oolu Xaa’oo Biyyoo Meetirik Toonii Kuma 50 Ityoophiyaaf… Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Oomishaa Xaa’oo biyyoo Moorookoo(OCP) misooma jallisii Boneef kan oolu Xaa’oo Biyyoo Meetirik Toonii Kuma 50 Ityoophiyaaf deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sabbataatti meeshaaleen waraanaa adda addaa to’atame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Meeshaaleen waraanaa adda addaa seeraan ala Bosona Gaambeellaa ka’uun Magaalaa Finfinnee seenuuf ture Keellaa Diimaatti to’atamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Boordichi gaaffii gurmaa’iinsa ummataa dhiyaaterratti murtoo dabarse Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) –Boordiin Filannoo Ityoophiyaa gaaffii gurmaa’iinsa ummataa Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii dhiyeessanirratti murtoo dabarseera.…
Idil Addunyaa Ameerikaan Doolaara Biiliyoona 3 Yuukreeniif deeggarsa taasiisuufi jedhame Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ameerikaan Doolaara Biiliyoona 3 Waraana Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf ta’uu beeksiifte. Waraanni Yuukreenii fi Raashiyaa erga eegalee…