Qormaata ce’umsaa kutaa 12ffaa kennuuf qophiin xumuramaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Qormaata Biyyaalessaa 12ffaa kennuuf qophiin guutumaa guutuutti xumuramaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaatilee biyyaalessaa…