Ispoortii Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera. Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti naannoo 12ffaa hundeessuuf murtoon ummataa akka gaggeefamu murtaa’e Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii gaaffii naannoo tokko jalatti gurmaa’uu godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo kibbaa fudhachuun murtoon ummataa akka…
Biiznasii Gurgurtaa Humna Elektirikaarraa galiin Birriin biiliyoonni 21 argame Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajataa xumurame gurgurtaa humnaarraa galii Birrii biiliyoona 21 ol walitti qabuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Gaaffii naannoo ta’uu godinaalee fi aanaalee addaa naannoo kibbaarratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii gaaffii gurmaa’iinsa naannoo ta’uu godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo kibbaarratti mari’ataa jira.…
Oduu biyya keessaa Argisiifni Suuraa ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ magaalaa Goondariitti baname Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Argisiifni Suuraa fi mariin paanaalii ‘Waa’ee Ityoophiyaa’ 9ffaan magaalaa Goondariitti banameera. Saganticharratti Ministira Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silashiin miseensota Mana Maree Daldalaa Ityoo – Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan miseensota Mana Maree Daldalaa Ityoo – Ameerikaa waliin mari’ataniiru. Mana…
Oduu biyya keessaa Murtoon bulchiinsa daangaa GAONF fi Magaalaa Finfinnee furmaata hudhaa bara dheeraati – TKM Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Murtoon bulchiinsa daangaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fi Magaalaa Finfinnee hudhaa bara dheeraa kan fure ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq miseensota ‘waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa’ dubbisan Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen miseensota 'waamicha nageenyaa haadholii Ityoophiyaa' waajjira isaaniitti simachuun dubbisaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Biyyoonni guddinarra jiran waltajjii idil addunyaarratti bakka bu’iinsa haqa qabeessa… Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Biyyoonni guddinarra jiran waltajjii idil addunyaarratti bakka bu'iinsa haqa qabeessa qabaachuu akka qaban Ministirri Alaa Chaayinaa Waang Yuun ibsan.…
Oduu biyya keessaa Qaamolee hariiroo ummata Oromoo fi Sidaamaa cimsuu keessatti qooda qabaniif beekkamtiin laatame Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) –Abbootii Gadaa, Manguddootaa fi caasaalee Mootummaa hariiroo Sidaamaa fi Oromoo Arsii cimsuu keessatti gumaacha olaanaa ba'aniif beekkamtii fi badhaasni…