Oduu biyya keessaa MMF Hagayya 12, 2014 Yaa’ii Ariifachiisaa ni gaggeessa Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Manni Maree Federeeshinii Kamisa dhufu Yaa’ii Ariifachiisaa kan gaggeessu ta’uu ibseera. Yaa’ii Ariifachiisaa kanaan ajandaalee adda addaarratti…
Idil Addunyaa Odiingaan bu’aa filannoo kan hin fudhanne ta’uu dubbatan Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Bu’aa filannoo Pireeziddaantumma Keeniyaa kaleessa ifoome kan hin fudhanne ta’uu kaadhimamaa kan turan Raayilaa Odiingaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee daangaa bulchiinsa GAO fi Finfinneerratti mariin taasiifame Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Waliigaltee daangaa bulchiinsaa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fi magaalaa Finfinneerratti mariin taasiifame. Kaayyoon marichaa…
Oduu biyya keessaa Himatamtuun Abbaa Manaa ishee haala suukaneessaan ajjeefte hidhaa cimaan adabamte Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Dubartii biroo waliin hariiroo jalqabdeerta jechuun, himatamtuun Abbaa Manaa ishee haala suukaneessaan ajjeefte hidhaa cimaa waggaa 18 adabamteerti.…
Idil Addunyaa Sudaanitti balaa lolaan lubbuun namoota 52 darbe Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Sudaanitti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 52 darbuu Aanga’oonni biyyattii beeksiisaniiru. Manneen kumni 8 fi 170 ol barbada’uus…
Oduu biyya keessaa Liddataatti Piroojektoonni guyyoota keessatti raawwataman fayyadamtootaaf laataman Sifen Megersa Aug 16, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Aadde Adaanach Abeebeen kutaa Magaalaa Liddataatti manneen jireenyaa guyyoota 60 keessatti raawwataman fayyadamtootaaf dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Humna waraanaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jira – Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaa Sifen Megersa Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2015 Humna waraanaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jiraaachuu Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan ibsan. Bara baajataa kana…
Idil Addunyaa Raashiyaan Hariiroo Kooriyaa Kaabaa waliin qabdu cimsite itti fufti – Putiin Sifen Megersa Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Raashiyaan Hariiroo waloo Kooriyaa Kaabaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Pireezidaanti Putiin ibsan. Pireezidaantiin…
Ispoortii Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan yoo injifatan,… Sifen Megersa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandii torbee 2ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan morkattoota isaanii yoo…
Biiznasii Maallaqni seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 6.7 to’atame Sifen Megersa Aug 13, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Naannoo Afaaritti Maallaqni seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 6.7 to'atamuu Poolilisiin Magaalaa Samaraa Loogiyaa beeksiise. Maallaqichi karaa…