Oduu biyya keessaa Maqaa Dooktar Kabajaa Artiist Alii Birraan Paarkiin moggaafame Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa maqaa Dooktar Kabajaa Artiist Alii Birraan Paarkii moggaasuu ibsame. Hojiilee Muuziqaan jaarraa…
Oduu biyya keessaa Keeniyaatti gatiin Daakuu boqqolloo akka nyaata ijootti tajaajilu walakkaan hir’achuu ibsame Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Gatiin Daakuu Boqqoolloo akka nyaata ijootti tajaajilu walakkaan hir’achuu gabaafameera. Pireezidaantiin Keeniyaa Uhuuruu…
Ispoortii Halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov Kibxata dhufu Finfinnee ni galu Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov daawwannaa hojiif Kibxata dhufu Finfinnee ni galu jedhame. Sargee Laavroov guyyoota…
Idil Addunyaa Joo Baayidan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa Qolachuuf Doolaara biiliyoona 2.3 ramadan Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa fi balaa Uumamaa qolachuuf kan oolu Doolaara biiliyoona 2.3…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 158.6 dhiyaate ni… Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa isaan baajata bara 2015 Birrii biiliyoona 158 fi…
Oduu biyya keessaa Salvaa Kiirii fi Riik Maachar waliigaltee nageenyaa saffisaan hojiirra oolchuuf waliigalan Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Salvaa Kiir Maayardiitii fi itti aanaan pireezidaantii biyyattii Riik Maachar waliigaltee nageenyaa saffisaan hojiirra…
Oduu biyya keessaa Manni Murtii Aadaa haqa qulqulluu kennuu keessatti gahee olaanaa qaba – Obbo Gaazaalii Abbaa Simal Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 3ffaa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufeera. Manni Murtii Waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Marii Duudhaa Haaraa dhimma Tokkoo mata duree ‘Injinaroota Dargaggoota Boruu Ityoophiyaa… Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii Duudhaalee Haaraa Dhimma Tokko mata duree "‘Injinaroota Dargaggoota Boruu Ityoophiyaa ’ " jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Kibbaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Jul 21, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) –Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 2ffaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni Marichaa yaa’ii idilee…